UNO Objects, Functions and Services

Functions, objects and services of Unified Network Objects (UNO).

CreateUnoStruct Function

Battalee akaakuu caasaa Uno tiif uuma.

CreateUnoService Function

Tajaajila Uno, ProcessServiceManager wajjiniin kaasa.

GetProcessServiceManager Function

ProcessServiceManager (central Uno ServiceManager) deebisa.

CreateUnoDialog Function

Wanta bu'uraa Uno kan to'ataa qaaqa Uno yeroo sa'aa darbee isaa waamamu uuma.

CreateUnoListener Function

Gatii yeroo dhaggeeffataaf uuma.

CreateUnoValue Function

Wanta gatiin isaa sirritti beekame kan sirna akaakuu Uno wabeeffatu bakka bu'u deebisa.

CreateObject Function

UNO object uuma. Foddaaleerrattis, OLE objects uumuu ni danda'a.

Tooftaan kun akaakuu miseensota akka ulaagaatti darban uuma.

EqualUnoObjects Function

Yoo wantootni Basic Uno ibsaman lamaan, gatii wanta Uno tokko bakka bu'an, dhugaatu deebi'a.

HasUnoInterfaces Function

Yoo wanti Basic Uno walquunnama Uno muraasa deeggare, qorata.

IsUnoStruct Function

Yoo wanti kenname Uno struct ta'e, True deebisa.

GetDefaultContext Function

Kan inni deebisu tajaajila durtii warshaa yookiin wabii duwwaa ta'e dha.

StarDesktop

The StarDesktop object represents LibreOffice application. Some routines or user interface objects such as current window can be used via StarDesktop.

ThisComponent Statement

Amalootni isaa akka dubbifamanii fi qindeeffamaniif qaama ka'aa to'ata. ThisComponent galmee Basic irraa fayyada,kan bakka bu'us galmee kan Basic ofkeessatti qabu dha. Akaakuun wanta ThisComponent dhaan gahamu akaakuu galmee irratti hundaa'a.